Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin sosochii liigii dubartootaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Waltajji sosochii liigii Dubartoota Paartii Badhaadhina mata duree “Nageenya Itiyoophiyaa nan eega, Ijoollee kiyya Mindaa nan dhaalchisa” jedhuun gaggeeffamaa jira.

Waltajjichi nageenya waaraa Itiyoophiyaa eegsisuuf, hirmaannaa fi fayyadamumaa diinagdee dubartootarratti kan xiyyeeffatee ta’uu eerameera.

Waltajjicharratti qondaltoonni garaagaraa fi keessummoonni waamichi taasifameef hirmaachaa jiru.

Tsahaay Gulummaatu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.