Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa fi Keeniyaan dame garaagraaan waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan

Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaa fi Keeniyaan dame siyaasaafi nageenyaa dabalatee damee garaagaraan waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaaniiru.

Waliigalticha Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaasee fi Ministirra Dhimma Alaa fi barreessaa olaanaa Dhimma Daayispooraa Keeniyaa Musaaliyaa Mudaavadi waliin mallatteessaniiru.

Waliigaltich damee Siyaasaa, nageenya, Tuurizimii, Aadaa, Qonnaa fi Oomishaa Qurxummii, Eegumsaa bineensootaa, Tajaajila Paablikaa fi ijaarsaa dandeettirratti waloon hojjechuu kan dandesisuu ta’uun ibsameera.

Waliigaltichi hariiroo seenaa fi Aadaan biyyoota lameenii caalmaatti kan cimsu ta’uu TOI gabaaseea.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.