Fana: At a Speed of Life!

Abbootii gadaa fi Haadholii siinqee dabalatee kutaaleen hawaasaa naannoo Oromiyaarraa dhufan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Abbootii gadaa fi Haadholii siinqee dabalatee kutaaleen hawaasaa naannoo Godinaalee Oromiyaarraa dhufan Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.

Siidaan tokkummaa Itiyoophiyaanootaa haalaan agarsiisu ijaaramuu isaatti daraan gammaduu daawwattoonni kunneen ibsaniiru.

Hambaa dhaabbataa dhalootaaf darbu ta’uu himuu isaanii ragaan Waajjira Kantiibaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.