Fana: At a Speed of Life!

Jaarsoo Dhugoon Abbaa Gadaa 75ffaa Gujii ta’uun baallii fudhatan

Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Sirna Walharkaa fuudhiinsa baallii har’a Me’ee Bokkootti gaggeeffameen Jaarsoo Dhugoon Abbaa Gadaa 75ffaa Gujii ta’uun baallii fudhataniiru.

Abbaan Gadaa Jiloo Mandhoon Aangoo Jaarsoo Dhugoof yoo dabarsan, Gadaan Gadaa Harmuufarraa gara Gadaa Roobaleetti ce’eera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.