Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Mikaa’eel Hamarii fi Barreessaa Gargaraa Dhimmootaa Afrikaa Ministeeraa Dhimma Alaa Ameerikaa Moolii Fii waliin mari’ataniiru.
 
Marii isaaniin, dhimmoota naannawaa fi damee hedduurratti mari’achuu Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
 
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
 
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.