Fana: At a Speed of Life!

Godambaan Adwaa Borurraa eegalee daawwattootaaf banaa ta’a

Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)- Godambaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa Borurraa eegalee daawwattootaaf banaa akka ta’u Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.

Godambichi Yaadannoo Injifannoo Adwaa kunis akkaataa sagantaa ba’uun daawwattootaaf banaa akka ta’uu Aadde Adaanech gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Godambichi bakka qondaaltonni olaanoo mootummaa argamanitti kaleessa eebbifamuun ni yaadatama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.