Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Bishooftuutti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti mariin nageenyaa hawaasa magaalichaa fi naannawaa ishee hirmaachise gaggeeffamaa jira.

Ministira Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa DooktarLaggasee Tulluu, Pireezidaantii Naannoo Giddu galeessa Itiyoophiyaa Obbo Indaashaw Xaasaw fi Hooggantuun Biiroo Daldala Oromiyaa Aadde Masarat Asaffaa dabalatee hoggantoonni mootummaa federaalaa fi naannolee marii kanarratti argamaniiru.

Mariachi mata duree ‘Obbolummaa sabdanessaa nageenya waaraa fi Badhaadhina hundagaleessaaf’ jedhuun mariin gaggeeffamaa jira.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.