Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Asallaatti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti waltajjiin marii hawaasaa magaalaa Asallaa fi Godina Arsii hirmaachise gaggeeffamaa jira.

Marii hawaasaa kanarratti Pireezidaantii Naannoo Beenshangul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan, Itti Aanaa Afa-yaa’ii Mootummaa Naannoo Hararii Obbo Aariif Muhaammad fi Hoogganaa Biiroo Investimentii Oromiyaa Obbo Ahimad Idiris, Bulchaa Godina Arsii Obbo Ibraahim Kadir dabalatee kutaaleen hawaasa garaagaraa argamaniiru.

Abdallaa Amaanii fi Oliyaad Badhaaneetu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.