Fana: At a Speed of Life!

Obbo Isaayyaas Jiraan Miseensa Koree Hoji Raawwachiiftuu CAF ta’uun filaman

Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Obbo Isaayyaas Jiraan Miseensa Koree Hoji Raawwachiiftuu Federeeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) ta’uun filamaniiru.

Federeeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) walga’ii gaggeesseen Obbo Isaayyaas Jiraan Miseensa Koree Hojii Raawwachiiftuu ta’uun filamuu ragaan federeeshinicharra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.