Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayreektara Olaanaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Amajjii 30, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kenneen.

Haaluma kanaan Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayreektara Olaanaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa taasiisuun muudaniiru

Akkasumas Tigist Hamiid ammoo Daayrektara Olaantuu Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo taasiisuun muudaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.