Baatii Guraandhalaa gatiin gurgurtaa qinxaabooBoba’aa haaluma baatii Amajjiin Itti fufa – MDWHN
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Baatii Guraandhalaa gatiin gurgurtaa qinxaaboo Boba’aa haaluma baatii Amajjiin kan Itti fuf ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.
Boruu eegalee gatiin gurgurtaa qinxaaboo Boba’aa haaluma baatii Amajjiin kan itti fufu ta’uu eereera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.