Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ministira Muummee Kanaadaa waliin bilbilaan mari’atan

Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Ministrri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin bilbilaan mari’ataniiru.

Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii fi hariiroo damee hedduurratti marii bu’aa qabeessa taasisu Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Kanaadaan deeggartuu yeroo maraa Itiyoophiyaa ta’uu ibsanii, hariiroon biyyoota lameenii cimee kan itti fufuu ta’uu eeraniiru.

Bilbilaan marii bu’aa qabeessa taasisuu isaaniif Ministira Muummee Kanaadaa galateeffataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.