Fana: At a Speed of Life!

Godambaan Injifannoon Adwaa tokkummaa keenya kan ittiin cimsinuudha-Obbo Taaggasaa Caafoo

Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Godambaan Injifannoon Adwaa seenaa waloo keenyaa leellisuun tokkummaa keenyaa kan ittiin cimsinuudha jechuun Afyaa’iim mana maree bakka bu’oota ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon dubbatan.

Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Godmbaa Yaadannoo Adwaa daawwataniiru.

Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, pirojektichirraatti jalqabaa hanga xumuraatti kanneen hirmaatanii fi ashaaraa isaanii kanneen kaa’an hunda galateeffataniiru.

Ibsa waa’ee godambichaa taasisaniin boodas Obbo Taaggaasaa Caafoon yaada kennaniin, Godambaan Injifannoon Adwaa seenaa waloo keenyaa leellisuun tokkummaa keenyaa kan ittiin cimsinuu fi badhaadhinaa egeraa mirkaneessinuudha jedhaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.