Fana: At a Speed of Life!

Gamoon Yuuniyenii Lumee Adaamaa Birrii miiliyoona 112’n ijaarame eebbifame

Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Gamoon Yuuniyenii Waldaalee Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Lumee Adaamaa Birrii miiliyoona 112’n ijaarame eebbifame.

Sirna eebbichaarratti Sadarkaa Pireezidaantii Itti Aanaatti Qindeessaa Kilaastara Baadiyyaa Obbo Abdurrahmaan Abdallaa dabalatee keessummooni biroon argamaniiru.

Gamichii abbaa darbii afurii Magaalaa Mojootti kan ijaarame yoo ta’u tajaajila garaagaraaf kan oolu ta’uun ibsamuu OBN gabaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.