Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa Oromiyaa Magaalaa Amboorratti agarsiifni Aadaa godinaalee Oromiyaa dhiyaate

Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa Oromiyaa 29ffaa fi Feestivaala 16ffaa Magaalaa Amboorratti gaggeeffamaa jirurratti agarsiifni Aadaa godinaalee dhiyaateera.

Dorgomicha cinaatti agarsiifni Adaa nyaataa, Uffannaa, fuudhaa fi heerumaa, Guksii Fardaa, Sirbaa fi kanneen biroo dhiyaachuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Godina Shawaa Lixaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.