Maaliin tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Tapha moo’atanii darbuu Waancaa Afrikaan Maaliin Burkiinaa Faasoo injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte.
Maaliin galchii 2 fi 1n Burkiinaa Faasoo injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbuu mirkaneeffatte.
Kana hordofee Maaliin biyya 7ffaa tapha nuusa xumuraaf dabarte taateerti.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.