Fana: At a Speed of Life!

Koorporeeshiniin Hojiiwwan Qonnaa galii Birrii biiliyoona 5.5 argachuu beeksise

Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Hojiiwwan Qonnaa Itiyoophiyaa baatiiwan ja’aan darbanitti galii Birrii biiliyoona 5.5 argachuu beeksiseera.

Hojii Raawwachiisaan Koorporeeshinichaa Obbo Kiflee Waldamaariyaam akka ibsanitti, koorporeeshinichi baatiiwwan ja’an darbanitti galii Birrii biiliyoona 4 fi miiliyoona 777 karoorfamee, Birrii biiliyoona 5 fi miiliyoona 580 argameera.

Fuuldurattis dameewan hojii hundaan raawwii fooyya’aa galmeessuuf qindoominaan kan hojjetamu ta’uu dubbachuu ragan koorporeeshinicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.