Fana: At a Speed of Life!

Agarsiifni Horsisee Bultoota Gaanfa Afrikaa baname

Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Agarsiifni Horsiisee Bultoota Gaanfa Afrikaa Finfinnee Galma Barkumeetti banameera.

Guyyaan Horsiisee Bultootaa Ganfaa Afrikaa mata duree’’
“Horsiisee Bultummaan Midhagina Gaanfa Afrikaa” jedhuun kabajama jira.

Agarsiicharratti Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoo,Ministirri Ministeera Jaallisii fi Naannawaa Gammoojji Injinar Ayishaa Mahammadii fi bakka Buutoonni horsisee Bultoota Gaanfa Afrikaa argamaniiru.

Akkasumas nannoolee horsisee bultoonni keessaa jiran 7 fi Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa ,Dhaabbiileen idil Addunyaa fi Dhaabbiileen Tumsistoota hirmaachaa jiraachuu ibsameera.

Yismaawu Adaarawutu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.