Fana: At a Speed of Life!

Yeroon galmee qormaata bahumsaa hanga Amajjii 20tti dheerate

Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Yeroon galmee qormaata bahumsaa hanga Amajjii 20, 2016’tti dheereffamuu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Galmeen qormaata bahumsaa bara 2016 Amajjii 8, 2016 hanga Amajjii 15, 2016’tti ta’uun ibsame turuun ni yaadatama.

Haaluma kanaan gaaffii qoramaata fudhattootaa bu’uureffachuun yeroon galmee hanga Amajjii 20, 2016tti dheereffamuu fi haalonni biroon akkaataa duraan ibsametti kan gaggeeffaman ta’uun eerameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.