Fana: At a Speed of Life!

Sirni awwaalchaa Gaazexeessaa Asfawu Mashashaa raawwate

Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Sirni awwaalchaa Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaa raawwateera.

Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan dhukkuba mudateeniin Ameerikaatti wal’aanamaa turuun Amajjii 4, 2016 du’aan Addunyaa kanarraa boqochuun ni yaadama.

Reeffi Gaazexeessaa Asfawu Mashaashaa har’a ganama Finfinnee kan gale yoo ta’u, waahillaan hojii, dinqisiifattootaa, qondaadoltota mootummaan simannaan taasifameera.

Sirni gaggeessaas reeffaas galma Barkumeetti ergaa raawwateen booda Mana Amantaa Qiddis Sillasee Kaateediraalitti sirni awwaalchaa isaa raawwaateera.

Faanaa Biroodkaastiingi Koorpooreet maatii fi firoottaniif jajjabina hawweera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.