Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Cuuphaa Hordoftoota Amantaa Ortodoksi biraatti kabajama jira

Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC) -Ayyaanni Cuuphaa Hordoftoota Amantaa Ortodoksi biraatti Sirna hoo’aan kabajama jira.

Ayyaannichi Finfinnee dabalatee magaalota guguddoo naannoolee biyyaattiitti miidhaginaan kabajama jira.

Sirni Ayyaanicha haala duudha amantiichaa eeggateen kabajama jira.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.