Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ugaandaa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ugaandaa Yuweerii Museveenii waliin mari’ataniiru.

Mariin isaaniis dhimmoota gamlamee fi naannawaarratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.

Dooktar Abiy Pireezidaanti Yuweerii Museeveeniin Yaa’ii Sosochii Biyyoota Walabaa qopheessanii fi marii gamlamee fi naannawaa taasisaniif galateeffataniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy turtii isaanii Kaampaalaa xumuruu gara Itiyoophiyatti deebi’aniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.