Fana: At a Speed of Life!

Manni Maricha Ayyaana Cuuphaa sababeeffachu ergaa baga ittin isiin gahee dabarse

Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa jala Bultii (kataraa) fi Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun erga bagaa ittiin isin gahee dabarseera.

Manni marichaa erga dabarseen Ayyaanni Cuuphaa Ayyanaa sadarkaa biyyaalessaatti kabajamuu ta’uu eereera.

Ayyannichi duudhaa fi safuu isaa eeggatee akka kabajamuuf hordoftoota Amantichaa qofaaf kan dhiifamuu osoo hintaanee dirqama lammiilee hundaa ta’uu ibseera.

Haaluma kanaan Ayyaanichi karaa nagaan akka kabajamuu fi walitti dhufeenyi ummataa kan duraa ture cimee akka itti fufuu hunduu gahee isaa akka bahatu waamicha dhiyeesseera.

Ayyaanichi ibsituu tokkummaa, nageenyaa, waliif yaaduu fi waldeeggaruu ta’ee akka kabamajuuf hawwii gaarii qabu ibseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.