Fana: At a Speed of Life!

Tapha Waancaa Afrikaan Seneegaal Gaambiyaa 3 fi 0’n injifatte

Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaan 34ffaa gulaallii ramaddiin Seneegaal Gaambiyaa 3 fi 0’n injifatteetti.

Sagantaa tapha Waancaa Afrikaan galgala kana Sa’aatii 2:00’rratti Kaameeruun Giinii waliin, sa’aatii 5:00 irratti ammoo Aljeeriyaan Angoolaa waliin walmorkatu.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.