Fana: At a Speed of Life!

Shakkamtoonni meeshaa waraanaa Matirayasii 1 fi Kilaash Koovi 7 waliin to’annoo jala oolan

Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Shakkamtoonni meeshaa waraanaa Matirayasii 1 fi Kilaash Koovi 7 waliin to’annoo jala oolan

Qajeelchi Poolisii Kutaa Magaalaa Addis Kataamaaa mana kophee moofa’e suphuuf kireeffame keessatti shakkamtoonni meeshaa waraanaa Matirayasii 1 fi Kilaash Koovi 7 dhooksan to’atamuun qoratamaa jiraachuu Komishiin poolisii magaalaa Finfinnee

Hogganaan Diviizhiyoonii Qorataa Yakkaa fi Balaa Tiraafikaa Qajeelcha Poolisii Kutaa Magaalichaa Komaandar Geetaanah Baqqalaa meeshaan kun eessaa akka dhufee fi maaliif ooluuf akka beekuuf qoratama jira jedhaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.