Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Beddelleetti balaa ibiddaan lubbuun miseensota maatii tokkoo darbe

Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)-Magaalaa Beddelleetti halkan edaa balaa ibiddaa mudateen lubbuun miseensota maatii tokko darbe.

Balichaan Abbaa mana, haadha mana fi daa’imman isaanii lama lubbun darbuun eeramera.

Ka’umsi balichaa boba’aa Beenzila mana keessa turen akka ta’e Itti Gaafatamaan Waajjira Bulchiinsaaf Nageenyaa Magaalaa Beddellee Obbo Xilaahuun Lammaa dubbataniiru.

Hawaasni boba’aa fi wantoota ibidda uumuu danda’an naannawaa mana jireenyaarraa fageessuu akka qabus Obbo Xilaahuun dhaamu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.