Fana: At a Speed of Life!

Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Somaaliilaandi waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan, Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Somaaliilaandii Meejer Jeneraal Nuhii Ismaa’eel Taanii walii waltaa’iinsaa loltummaarratti mari’ataniiru.

Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa fi Jeneeraal Nuhii Ismaa’eel Taaniin marii gaggeessaniin, haalota walta’iinsa loltummarratti waloon hojjechuun danda’amurratti mari’ataniiru.

Dhiheenya kana Pireezidaantiin Somaaliilaandi Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad waliin mari’achuun waliigaltee mallatteessuun ni yaadatama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.