Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa baajata dabalataa Birrii biiliyoona 28 raggaasise

Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI baajata dabalataa Birrii biiliyoona 28 sagalee guutuun raggaasise.

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa guyyaa har’aa walga’ii addaa 2ffaa gaggeessun labsii dhiyaate qorachuun sagalee caalmaan raggaasiseera

Manni marichaa kan raggaasise yaada walitti qabaan koree dhaabbii dhimmoota galii, baajataa fi faayinaansiin dhiyeessan ta’uu gabaasni EBC ni muldhisa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.