Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan sochii Turizimii Naannoo Tigraay sababa waraanaa fi weerara Koroonaan adda citee ture eegalchiisuu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Sagantaan sochii Turizimii naannoo Tigraay sababa weerara koroonaa fi waraanaan waggootaaf addaan citee ture eegalchiisuu magaalaa Maqaleetti gaggeeffamaa jira.

Ministeerri Turizimii Biiroo Turizimii naannichaa waliin ta’uun saganticha ifatti eegalchiisaniiru.

Pireezidaantii Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaa, Ministir Deetaan Ministeera Turizimii Silashii Girmaa, Leensaa Makonniin dabalatee hoggantoonni mootummaa federaalaa fi naannolee, akkasumas qaamoleen dhimmichi ilaallatu saganticharratti argamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.