Fana: At a Speed of Life!

Bu’aan Oomisha Qamadii jallisii Bonaan argame daraan gaariidha – MM Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) – Bu’aan Oomisha Qamadii jallisii Bonaan argame daraan gaarii ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Kan bara kanaa ammoo kan bara darbeerra fooyya’aa ta’uu eeraniiru.

Waggaan yeroo lamaa ol oomishuun wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf tattaaffiin taasiifamu mirlkaa’aa jiraachuu kaasaniiru.

Tattaaffiin damee hundaan taasiifamu Badhaadhina milkeessuuf bu’uura ta’a jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.