Fana: At a Speed of Life!

Minseensonni Maatii Mootoota Saa’ud Arabiyaa 150 ol vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Minseensonni Maatii Mootoota Saa’ud Arabiyaa 150 ol vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii ibsame.
 
Saa’ud Arabiyaatti aanga’aa olaanaa tokko dabalatee miseensonni maatii mootoota biyyaattii 150 ol vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii Za Niiw Yoork taamsi gabaaseera.
 
Bulchaa olaanaan magaalaa Riiyaad Biis Baandir Biin Abdulaaziiz umrii waggaa 70tti vaayrasii kanaan qabamuu isaanii himameera.
 
Mahammad Biin Saalmaanis qophaatti of baasniiru jedhame.

Maddi:- Al Jazeera

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.