Fana: At a Speed of Life!

Keeniyaatti balaa lolaan lubbuun namoota 174 darbe

Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Keeniyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 174 olii darbuun ibsame.

Akka gabaasa Ispuutinikitti, sababa dhibbaa jijjirama qilleensaa ‘Ellinoo‘ jedhamuun roobni cimaan roobu isaan balichi mudachuun ibsameera.

Rooba cimaa roobeen lubbuu namaa darbuu dabalatee sigigni lafas mudachuun eerameera.

Keeniyaa naannawaa albuudni ba’uu Kibba Lixa Migorimittis balaan lolaa mudateen lubbun namoota darbuun himameera.

Manneen jireenyaa kutaalee badiyyaa Keeniyaas lolaadhaan fudhatamanis eerameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.