Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qileensichaa Xiyyaaroota haaraa bituuf waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 450 mallatteesse

Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Daandiin Qileensaa Itiyoophiyaa Xiyyaaroota haaraa bituuf waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 450 mallatteesseera.

Daandiin qilleensichaa xiyyaaroota haaraa 5 bituuf Ciitii Giruuppi waliin waliigaltee Liqaa Doolaara miiliyoona 450 mallateessuu ragaan Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.