Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Giddu galeessa Itiyoophiyaatti sagantaan baniinsa Kenna Tajaajila Tola Ooltummaa Waktii Bonaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Naannoo Giddu galeessa Itiyoophiyaatti sagantaan cunfiinsa Kenna Tajaajila Tola Ooltummaa waqtii gannaa fi baniinsa waqtii Bonaa gaggeeffamaa jira.

Sagantichi bakka Itti Aanaan Pireezidaantii naannichaa Obbo Indashaaw Xaasaw fi hoggantoonni naannichaa argamanitti magaalaa Duraameetti gaggeeffamaa jiraachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.