Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Ingiliz waliin bilbilaan mari’atan

Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa Ingiliz Deeviid Kameruun waliin bilbilaan mari’ataniiru.

Mariin isaaniis michummaa tarsiimawaa biyyoota lameenii cimsuun haala dandamurratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.

Deeggarsa namoomaa fi walta’iinsa misoomaa irratti hariiroo cimsuufis mari’ataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.