Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Warshaa Palpii fi Waraqaa dawwate

Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaaluu Abdiin durfamu Godina Shawaa Bahaa Wanjitti Warshaa Palpii fi Waraqaa daawwateera.

Dawwannicharratti Itti Gaafatamtoonni Hooldingii Invastimantii Itiyoophiyaa, Koorporeeshinii Sukkaraa fi qooda fudhattoonni dhaabbile garaagara argamaniiru.

Dabalataan Warshaa Sukkaraa Wanjii fi hojiileen misooma naannawichaattii hojjetamaa jiran kan dawwataman ta’uu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.