Fana: At a Speed of Life!

Balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 darbe

Finfinnee, Mudde 3, 2016 (FBC) – Godina Siilxee Aanaa Hulbargaa gandaa warabat Shaamatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 darbuu ibsameera.

Konkolaataan deddeebisa ummataa Walaayitta Soddorraa gara Finfinneetti imalaa ture Doqdoqqeewwan lama gara Waraabeetti imalaa turan waliin walitti bu’uun lubbuu namoota 2 galaafachuu eerameera.

Konkolaachistonni Doqdoqqee kannennii Hospitaalaa Waraabeetti yaalamaa turuun lubbuun isaanii darbuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Waraabeerraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.