Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarqi Guyyaa “Jamhuri” Keeniyaarratti ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen kabaja guyya bilisummaa Keeniyaa (Jamhuri Day) 60ffaarratti argamuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Pireezidaanti Saahilawarqi, guyyaa bilisummaa Keeniyaarratti yeroo 8ffaaf hirmaachuus dubbataniiru.

Ergaa dabarsaniin milka’inaa fi badhaadhinaa akkasumaas gammachuu hawwanii, baga guyyaa bilisuummaan isin gahe jedhaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.