Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin fooyyessa dandeettii (Remedial) ifoome

Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Ministeerri Barnootaa ramaddii fooyyessa dandeettii(Remedial) barattoota 2015 ifoomseera.

Barattoonni kutaa 12ffaa bara barnootaa 2015 qormaata biyyaalessaa fudhatan Yuunivariitiiwwan Mootummaatti qabxii sagantaa ‘Remedial’ isaan hordofsiisu argatan Yuunivarsiitii itti barnootasaanii hordofan ammarraa eegaluun ilaallachuu akka danda’an Ministeerichi beeksiseera.

Yuunivarsiitiwwan waamicha taasiisan hordofuun barattoonni barnoota fooyyessa dandeettii isaanii akka hordofan Ministeerri barnootaa beeksiseera.

Gaaffii Yuunivarsiitiin naaf haa jijjiiramuu kamiiyyuu kan hin keessummeessine ta’uu hubachiiseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.