Fana: At a Speed of Life!

Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar Jigjigaa galan

Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)-Jilli Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyaawu Tashaagariin durfamuu guyyaa Sabaaf sablammoota Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaarratti hirmaachuuf Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaa galeera.

Jillichi wayita Buufata Xiyyaaraa Garaad Wiil Waal gahuu Pireezidaaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahammadii fi qoondaaltonnii olaanoo naannichaa simataniiru.

Guyyaan Sabaaf Sablammoota fi Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaan mata duree “Heddumminaa fi walqixxummaa tokkummaa biyyaleessaaf” jedhuun Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.

Malaakuu Gaddiftu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.