Fana: At a Speed of Life!

Gamoon Ce’umsa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa eebbifame

Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa gamoo ce’umsaa abbaa darbii 15 eebbisiise.

Gamichis baasii Birrii miiliyoona 850’n kan ijaarame yoo ta’u, darbiiwwan afur lafaa gaditti ijaarameen tajaajila dijitaal baankiingii kan kennuu fi bakka dhaabbii konkolaataa kan qabu ta’uun ibsameera.

Sirna eebbaa gamichaarratti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, Aadde Adaanech Abeebee, Bulchaa Ittaanaa Baankii Biyyaalessaa Fiqaaduu Daggifee, Pireezidaantii Baankichaa Obbo Darribee Asfawuu, Abbootii Gadaa, Haadholii siinqee fi keessummoonni biroon argamaniiru.

Maraa’ol Kadiriin

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.