Fana: At a Speed of Life!

Hojiin Paarkii Gaarreen Baalee Caalmaatti beeksisuu magaalaa Roobeetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Paarkiin Biyyoolessaa Gaarreen Baalee Hambaa Addunyaa ta’ee galmaa’uu hordofee hojiin paarkicha caalmaatti beeksisuu hojjetamaa jira.

Ministira Ministeera Turizimii Ambaasaaddar Naasisee Caalii, Daayrektera Olaanaan Abbaa Taayitaa Eeggumsa Bineensota Bosonaa Obbo Kumarraa Waaqjiraa dabalatee hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannolee qophiilee paarkicha beeksiisuuf hojjetamaa jiranirratti argamaniiru.

Sagantichaan qaamolee paarkichi hambaa addunyaa ta’uun galmee Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa addunyaarratti akka galmaa’u qooda qabaniif beekkamtiin ni kennama jedhamuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.