Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Shaggar mul’ataa fi kaayyoo abbootii qabeenyaa milkeessuuf ni hojjeta – Dooktar Tashoomaa Addunyaa

Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Jilli kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu warshaa Meettaa daawwateera.

Haroomsa warshichaa,qabiinsa hojjettootaa,walitti dhufeenya warshichi hawaasa waliin qabuu fi haala waliigala warshichi irra jiru daawwataniiru.

Magaalaan shaggar mul’ataa fi kaayyoon abbootii qabeenyaa galma akka gahuuf kan hojjetuu fi rakkoowwan muudatan furuuf kan tumsu ta’uu Kantiibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaan ibsuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.