Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ministira Muummee duraanii Ingiliz waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee duraanii Ingiliiz Toonii Bileer waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiy, Toonii Bileer waliin kan mari’atan Yaa’ii COP28 gaggeeffamaa jiruun cinaatti ta’uu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.