Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarqi Afrikaa Kibbaa galan

Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen yaa’ii haleellaa koorniyaa dubartoota dhaabuurratti xiyyeeffachuun gaggeeffamurratti hirmaachuuf Afrikaa Kibbaa Piriitooriyaa galaniiru.

Yaa’ichi kaleessa kan jalqabe yoo ta’u, har’as itti fufee kan gaggeeffamu ta’uu ragaan Afrikaa Kibbaatti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.