Fana: At a Speed of Life!

Warshaa Buddeenaa Lamiif konkolaataan arjoomame

Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)-Warshaa Buddeenaa Lamiif abbootii qabeenyaarraa deeggarsi konkolaattota sadii kenname.

Deeggarsicha Abbaan Qabeenyaa Balaayinee Kindeen kan kennan yoo ta’u, Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech fuudhaniiru.

Sirna walharkaa fuudhiinisichaarratti Aadde Adaanech akka jedhanitti, deeggarsi konkolaattota taasifamanii, Warshaan Buddeenaa Lami humna guutuun oomishuu akka danda’uuf tattaaffii taasifamaa jiru kan tumsuudha.

Konkolaattonni kennamanis haadholii deddeebisuuf kan ooluu ta’uu eeranii, abbaa qabeenyaa Balaayinee Kindee deeggarsa taasisaniifis galateeffataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.