Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa labsii qaamolee raawwachistuu irra deebiin hundeessuuf dhiyaate raggaasise

Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee labsii qaamolee raawwachistuu irra deebiin hundeessuuf dhiyaate sagalee guutuun raggaasise.

Haaluma kanaan dhaabbileen irraa deebiin hundeeffaman:

1.Biiroo Misooma Indaastirii

2.Biiroo Hojii fi Ogummaa

3.Biiroo Pilaanii fi Misoomaa

4.Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa

5.Koomiishinii Hojii Gamtaa

6.Abbaa Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa

7.Abbaa Taayitaa Manaajimantii Tiraafikaa

8.Eejensii Misooma fi Bulchiinsa Bakkeewwan Hojii ta’uun ibsamuu ragaan Waajjira Kantiibaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.