Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessaa jira

Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’icha irratti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gabaasa raawwii karoora kurmaana jalqabaa 2016 ni dhiyeessu.

Manni marichaa ajandaalee garaagaraarratti mari’achuun ni raggaasisan kan eegamu ta’uu ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinneerraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.