Riikkardiin Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 5 fooyyeessite ragga’e
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) –Riikkardiin Atileet Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha meetira kuma 5 fooyyeessite ragga’uu ibsameera.
Fiigicha Daayimand Liigii Ameerikaa Iwujanitti gaggeeffameen Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 5 riikkardii fooyyeessuun kan yaadatamuudha.
Riikkardiin isheen galmeessisite ragga’uu ragaan Atileetiksii Addunyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.