Fana: At a Speed of Life!

Inistiityuutiin Artifishaal Intalajansii Itiyoophiyaa gara Giddugala Ga’umsa Artifishaal Intalajansii Afrikaatti akka jijjiiramu murtaa’e

Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) – Inistiityuutiin Artifishaal Intalajansii Itiyoophiyaa gara Giddugala Ga’umsaa Artifishaal Intalajansii Afrikaatti akka jijjiiramu murtaa’uu eerameera.

Yaa’iin Idilee Ministiroota ICT fi Kominikeeshinii Afrikaa Galma Walga’ii Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamaa jira.

Yaa’icharratti Inistiityuutiin Artifishaal Intalajansii Itiyoophiyaa gara Giddugala Artifishaal Intalajansii Afrikaatti akka jijjiiramu Itiyoophiyaan gaaffattee turte.

Haaluma kanaan gaaffiin dhiyaate fudhatama argachuu ragaan Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojiirraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.